Colossians 2:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Cubbaaleyyii te’uu keessanii fi foon cubbaalessi keessan sun waan haqanqabaa hin qabatiniif isin worra du’eeru; amma ammoo Waaqi Kiristoos woliin jireeyyii isin godheera; yakkaa teessanille duudii isiniif araarameera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duri isani maro daba keesanitiifi, ammalle waan gosa d'ibi ta Seera qabanqaba jala injirre taataniifi dootani. Ammo amma Waaqi ya kristo woliini isani ijeese! Waaqi ya daba keenna ch'ufa nu araarame.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan durii marroo daba keeessaniitii fi ammallee waan seera dhaqaanqabaa ka foonii hin tolfatiniif dootan. Ammoo Waaqii ya Yesus waliin du'a keessaa isan kaase. Cubbuu teennallee cufa ya nuu araarame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isinillee yakka keessaniif foon keessan waan hin gadoomneef, hennaa duutan isa woliin jireenna isinii kenne; cubbuu keessan maraa isinii dhiise.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isinillee yakka keessaniif foon keessan waan hin gadoomneef, hennaa duutan isa woliin jireenna isinii kenne, cubbuu keessan maraa isinii dhiise.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Cubbuu hojjachuu keessan fi foon keessan cubbamaan sababa Kristostti amanu'uu dhabuu isaatiin waan hin gadoominiif isin du'oota ni turttan, amma garuu Waaqinni Kristosiin woliin jiraattota isin taasisee jira, cubbuu keessan maraaf'llee dhiifama isiniif taasisee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Cubbaaleyyii te'uu keessanii fi foon cubbaalessi keessan sun waan haqanqabaa hin qabatiniif isin worra du'eeru; amma ammoo Waaqi Kiristoos woliin jireeyyii isin godheera; yakkaa teessanille duudii isiniif araarameera.