Colossians 2:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worra hunnaa fi baallii ayyaanaa qabu fannoo saniin injifatee, hidhata isaaniille hiissisee, badhinnatti bayanee akka mudhatanu godhee itti geerare.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maskali gubbati Kristoni jabeenna mohachafi irre gubba balleese, waan suni ch'ufa aka waan duuli boojie galche diidati nama agarsiise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Kiristoon fannoo irraatti warra moo'achaa fi irree qabu balleessee, akkuma waan duula booji'ee galee diidaatti nama agarsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baalli'ii fi hunnoota maraa fannoo irratti injifatee hidhata isaanii hiissisee, booji'amtoota ta'anii akka mudhatan isaan taasise.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Baalli'iif hunnoota maraa fannoo irratti injifatee hidhata isaanii hiissisee, booji'amtoota ta'anii akka mudhatan isaan taasise.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Huminootaa fi namoota aangoo qaban fannoo isaatiin isaan injifatee, hidhannoo isaanii eega isaan irraa hiikeen duubatti, booji'amittoota ta'anii ifatti akka muldhatan, isaan ni taasisee.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra hunnaa fi baallii ayyaanaa qabu fannoo saniin injifatee, hidhata isaaniille hiissisee, badhinnatti bayanee akka mudhatanu godhee itti geerare.