Colossians 2:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan kun waan gara duraa dhufuuf akka gaaddiddu'uu ti; dhugaan ammoo Kiristoos keessa jirti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti suni ch'ufti gandidu waan hegeriiti; wonti d'uga Kristo.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii sun cuftii gaandidduu waan hegerii dhufaatii, wantii dhugaa ammoo waan Kiristoon argamaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan kunniin waan dhufu'uuf ta'u sanniiniif gaaddisa waan ta'aniif; nafti ammo Kiristoos.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan kunniin waan dhufu'uuf ta'u sanniiniif gaaddisa waan ta'aniif, nafti ammoo Kiristoos.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kunniin marrinuu ufi durana ni dhufan wonittoota turaniif akka gaaddisaat, dhugaan ka argamu garuu Kristosiin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kun waan gara duraa dhufuuf akka gaaddiddu'uu ti; dhugaan ammoo Kiristoos keessa jirti.