Colossians 2:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Eega Kiristoos woliin duutanee, ayyaanota gubba'aa fi lafa bulchanu jalaa bilisa baatane, maaf akka waan ka biyyaa lafaa teetaneetitti leetan ree? Maaf seera,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani ya Kristo woliini dootani, herega lafa la jalaa baatani. Eesaa aka nama lafa jirtani re? Isani maafi seera,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan yo Kiristoo waliin dootanii, herrega lafaa jalaa baatan, eessaa akka nama lafaa jirtani ree?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kiristoosiin woliin duutanii bu'uura seerota adunyaa kanaa irraa yoo sirima fooyamtan; maaf akka waan adunyaa irraa hin fooyamnee taatanii seerran kanniin jalatti bultan ree?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Barumsa duraa ka adunya'aa irraa fagaattanii Kiristoosiin woliin yoo duutan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kristosiin woliin duutanii biyya lafaa kanatti seerota bu'uraa raawwattanii ka fooyamittan yoo taatan eegaa, amma biyya lafaa irraa akka bifa hin fooyaminii taatanii, waayee maaliif ajajoota akkana jiraniif bitamittan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eega Kiristoos woliin duutanee, ayyaanota gubba'aa fi lafa bulchanu jalaa bilisa baatane, maaf akka waan ka biyyaa lafaa teetaneetitti leetan ree? Maaf seera,