Colossians 2:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Karri qaroomaatii fi beekkumaa marti Kiristoos keessa dhoffantee jirti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isati qalibifi herega Waaqa ka d'ossani, namaa mullisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Karaa Yesusiitiin qalbii fi herrega Waaqaa ka durii dhossan cufa namatti mullisan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Galmee dhokate ka ogumma'aatii fi ka beekkumsaa maruu isaan waan ta'eef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Galmee dhokate ka ogumma'aatii fi ka beekkomsaa maruu isaan waan ta'eef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qabeenni Ogumma'aatii fi beekkomisaa dhokatee ka argamu, Kristosiin biratti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karri qaroomaatii fi beekkumaa marti Kiristoos keessa dhoffantee jirti.