Colossians 2:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yoona Yesuus Kiristoos Goottaa godhattanee, akkuma fudhattanetti isaan le'a'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan isani Kristo Yeso Aabbo keesani tolfattaniifi, isa keesa taa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkum Yesus Kiristoo Aabboo jettanii fudhattanii karaa isaa keessatti bulaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa akkuma Gooftaa Yesuusiin amantanitti isaan jiraadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa akkuma Gooftaa Yesuusiin amantanitti isaan jiraadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma Gooftaa Yesus Kristosiin ufitti fudhattaniinitti isaan jiraadhaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoona Yesuus Kiristoos Goottaa godhattanee, akkuma fudhattanetti isaan le'a'a.