Colossians 2:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma barattanetti hidda gadi naqadha'aatii, isatti ijaarama'aatii, dhugeeffannaa teessaniin jabaadha'a; galata guutee dhangala’ulle dhiyeessa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hidda keesani isa keesati baasa, jireenna keesani isa gubbati jaarad'a, d'ugefacha teesani keesati jabaad'a, akuma duri isani barsiisani. Hojja ch'ufa galata deebisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma durii isan barsiisan, hidda keessan isa keessatti baasaa, jireenna keessatti jabaadhaa, yo cufaa galata galchaaf.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hidda gad fageeffadha'aa isa irratti ijaarama'aa; akkuma barattanitti amanti'iin dhaabadha'aa; worra guddisee galatoonfatu ta'aa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hidda gad fageeffadha'aa isa irratti ijaarama'aa, akkuma barattanitti, amanta'aan dhaabadha'aa, worra guddisee galateeffatu ta'aa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
isaa irratti hundoofttaniitii fi ijaaramttanii akkaataa barattaniiin, amantii keessaniin jabaadha'aatii jiraadhaa, galata guutee hafu'llee dhiyeessaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma barattanetti hidda gadi naqadha'aatii, isatti ijaarama'aatii, dhugeeffannaa teessaniin jabaadha'a; galata guutee dhangala'ulle dhiyeessa'a.