Colossians 2:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Guutummaan waaqumma'aa mijuun Kiristoosiin nafaan mudhattee jiraatti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi qit'oomi Waaqa ch'ufti nafuma Kristo keesa jira,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif qixxoomii Waaqaa cuftii nafuma Kiristoo keessa jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guutummaan Rabbummaa isaa maruu nafa Kiristoosii irratti mudhatee waan jiruuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guutummaan Rabbummaa isaa maruu nafa Kiristoosii irratti mudhatee waan jiruuf,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guutummaan Waaqumma'aa ka dhuga'aa muldhatee ka jiraatu, Kristosiin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guutummaan waaqumma'aa mijuun Kiristoosiin nafaan mudhattee jiraatti.