Colossians 3:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yoona eega Kiristoos woliin du’aa kaatane, waan ol-gubbaa addee Kiristoos midda Waaqaatitti tee'eeru jiru barbaada'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kristo woliini ya duisa keesaa isani kaasani. Tanaafi waan gubba jira barbaada, fulla Kristoni barch'uma ufi gubba tau, harka Waaqa ka mirga.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Kiristoo waliin ya du'a keessaa isan kaasan. Tanaaf waan harka Waaqaa mirga jiraa ka fulaa kiristoon barcumaa ufii ka gubbaa irra taa'uu barbaadaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa eega Kiristoosiin woliin kaatan, Kiristoosii mirga Rabbii taa'eeru isa ol jiru barbaadaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa eega Kiristoosiin woliin kaatan, Kiristoosii mirga Rabbii taa'eeru isa ol jiru barbaadaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa Kristosiin woliin du'aa eega kaatan, bakka Kristos mirga Waaqaatiin ta'ee jiru ol samii, wonittoota jiran barbaadaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoona eega Kiristoos woliin du'aa kaatane, waan ol-gubbaa addee Kiristoos midda Waaqaatitti tee'eeru jiru barbaada'a!