Colossians 3:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Namummaa haareyalle uffattaneertan; isiille ta akka guutuma guutu'utti isa beettanuuf, Waaqi isii dade fakkeenna ifiititti haaressiisatti jiru.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
hareesa fud'attaniifi. Finni hareesi kunini waan Waaqi, aka isa uume fakeenna ufi gula haraa tolchu aka akasiini ufi isani beesisu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Finna haaressa ka Waaqii durii akka ufi isan beessisuuf akka isani yo cufa guddattaniin fakkeennaa ufiitiin uume sun uyyifadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fakkeenna ka isa uumee akka fakkaatu, beekkumsa argachu'uun ka haarawoomfame, namummaa haarawaa uffattaniirtan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fakkeenna ka isa uumee akka fakkaatu, beekkomsa argachu'uun ka haarawoomfame, namummaa haarawaa uffattaniirtan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bifa ka isa uumeetiin beekkomisaan haareffama'aa ka deemu, amala haarawa uffadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namummaa haareyalle uffattaneertan; isiille ta akka guutuma guutu'utti isa beettanuuf, Waaqi isii dade fakkeenna ifiititti haaressiisatti jiru.