Colossians 3:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kana mara caalaa jaalala waan mara tokkummaa miju'uun wolitti hidhu uffadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana ch'ufa jaalalati darad'a, ta wold'aqisaani isanii d'uftu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan kana cufaa irratti jaalalaa waldhaqiisaan dhugaatiin isanii dhuftuu daradhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanniin maraa irratti jaalala waa maraa wolitti qabu uffadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanniin maraa irratti jaalala waa maraa wolitti qabu uffadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana maraa oltti'llee waan maraa wolitti qabee hidhu'uun, tokkummaa muda maleessa ka argamisiisu, jaalala uffadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kana mara caalaa jaalala waan mara tokkummaa miju'uun wolitti hidhu uffadha'a.