Colossians 3:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nageenni Kiristoosii, ka isin nafa tokko te'iisaaf itti waamantane, gadhaa keessan keessatti moowuu ti; worra galateeffatulle te’a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nagayi Kristoni namaa kennu ha garaa keesani qoruti; wonti akanatiifi Waaqi garaa tokooni nagaya kanati isani ch'ufa yaame. Ammalle galata isa deebisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Naga'ii Kiristoon namaa kennu kun garaa keessan ha moo'atuu. Waan Waaqii garaa tokkoon isanii cufa nagaa kanaatti yaameef. Ammallee Waaqaa galata galchaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kutaa qaama tokkoo taatanii wonti waamamtaniif nagaya kanaaf waan ta'eef nageenni Kiristoosii onnee keessan keessatti haa mooyu; worra galatoonfattan ta'aa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kutaa qaama tokkoo taatanii wonti waamamtaniif nagaya kanaaf waan ta'eef nageenni Kiristoosii onnee keessatti haa mooyu; worra galateeffattan ta'aa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kutaawwan qaama tokkoo taatanii dhugamaanuu ka waamamittan nagaya kanaaf waan ta'eef, nageenni Kristosii onnee keessantti haa moo'u, ka galateeffattan'llee ta'aa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nageenni Kiristoosii, ka isin nafa tokko te'iisaaf itti waamantane, gadhaa keessan keessatti mowuu ti; worra galateeffatulle te'a.