Colossians 3:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jechi Kiristoosii durummaa ifiitiin gadhaa keessan keessa le'uu ti; qarooma duudi'iin wol barsiisa'a, wol gorsa'a; faaruu adda addaa, faaruu leellisaatii fi faaruu Ayyaantitti'iin Waaqa gadha'aan galateeffataa faarsa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbini Kristo, ha guddatte, garaa keesani keesa ha teetu. Qalbi ch'ufaani wolbarsiisa, wolgorsa. Waaqaa faarsa, sirba isaa sirba, faaru isaa d'ahad'a, garaa keesaniini Waaqa galata deebisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dubbiin Kiristoo guddattee garaa keessan keessa ha teettuu. Qalbii cufaan walbarsiisaa wal gorsaa, Waaqaa faarsaa, sirba isaa sirbaa, faaruu isaa faarsaa, garaa keessaniin galata Waaqaa galchaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin Rabbii guutumatti isin keessa haa jiraatu; ogummaa maraan wol barsiisaa'a, wol gorsaa'a, Ayyaanaan faaruu faarfachu'uun badhaadhummaa isaatiin onnee keessan keessatti Rabbiin faarfadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubbiin Rabbii guutumatti isin keessa haa jiraatu. Ogummaa maraan wol barsiisaa'a, wol gorsaa'a, Ayyaanaan faaruu faarfachu'uun badhaadhummaa isaatiin onnee keessan keessatti Rabbiin faarfadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubbiin Kristosii guutumma'aan onnee teessan keessa haa jiraatu, ogummaa maraan ufii keessan wol irraa baradhaa, mari'adhaa, faaru'uu fi galataan, qooniqqa hafuuraya'aan'llee, Waaqa onne'een galateeffata'aa faarssaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jechi Kiristoosii durummaa ifiitiin gadhaa keessan keessa le'uu ti; qarooma duudi'iin wol barsiisa'a, wol gorsa'a; faaruu adda addaa, faaruu leellisaatii fi faaruu Ayyaantitti'iin Waaqa gadha'aan galateeffataa faarsa'a.