Colossians 3:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Karaa Yesuusiitiin Waaqa Abbaa galateeffataa, jechaan yookiin huji'iin waan gootanu mara maqaa Goottaa Yesuusiitiin godha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan isani jettaniifi waan tolchitani ch'ufa keesa maqa Aabbo Yesotiini tolcha, ammalle maqa isaatiini Waaqa Abba galata deebisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dubbiin yokaan hujii fi waan tolchitan cufaa maqaa Aabboo Yesusiitiin tolchaa. Ammallee maqaa isaatiin Waaqaa abbaatii galata galchaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii Aabbaa karaa Yesuus Kiristoosiitiin galatoonfata'aa dubbi'iin, yookaan huji'iin waan gootan maraa maqaa Gooftaa Yesuus Kiristoosiitiin godhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbii Aabbaa karaa Yesuus Kiristoosiitiin galateeffata'aa, dubbi'iin yookiin huji'iin waan gootan maraa maqaa Gooftaa Yesuus Kiristoosiitiin godhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Karaa Yesusiitiin Waaqa Abbaa galateeffata'aa jechaan ta'ee huji'iin waan raawwattan maraa maqaa Gooftaa Yesusiitiin raawwadhaa, isaan'llee Waaqa Abbaa galateeffadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaa Yesuusiitiin Waaqa Abbaa galateeffataa, jechaan yookiin huji'iin waan gootanu mara maqaa Goottaa Yesuusiitiin godha'a.