Colossians 3:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Haadhotii manaa! Goottaa duratti waan male waan te'eef abbootii manaa keessaniif ajajama'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nad'eeni ha d'iirsole ufiti ch'eertu, wonti suni waan aada Kristiana keesa tolchu malani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan aadaa kiristaanaa keessatti tolchuu malaniifii, nadheen cuftii dhiirsota ufiitii ha ceertuu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haawwota manaa! akka Goofta'aaf ta'utti abbaa manaa keessanii ajajamaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haawwota manaa, akka Goofta'aaf ta'utti abbaa manaa keessanii ajajamaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa haawotii worraa! Gooftaa biratti barbaachisaa waan ta'eef, abbootii worraa keessaniif ajajamaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haadhotii manaa! Goottaa duratti waan male waan te'eef abbootii manaa keessaniif ajajama'a.