Colossians 3:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Abbootii manaa! Haadhotii manaa teessan jaalladha'a; gadhaa jabeeyyiille itti hin te’ina'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'iirsole, nad'eeni teesani jaalad'a, gaargalchitani imitisiina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhiirsota, nadheen teessan jaaladhaa mittiftanii hin gaargalchinaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abboota manaa! haadha manaa teessan jaaladhaa'a; garaa isaanitti hin jabaatinaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abboota manaa! haadha manaa teessan jaaladhaa'a, garaa isaanitti hin jabaatinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin yaa abbootii worraa! Haawotii worraa keessan jaaladhaa, gara jabeeyyii'llee isaanitti hin ta'inaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbootii manaa! Haadhotii manaa teessan jaaladha'a; gadhaa jabeeyyiille itti hin te'ina'a.