Colossians 3:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Marroo waan ol-gubbaa jiruu yaadadha'a malee, marroo waan lafa irra jiruu hin yaadatina'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qalbi teesani waan lafa ira inkeyatiina, ammo waan gubba ira keyad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yaada garaa keessaanii waan gubbaa jiraa irra keeyyadhaa malee, waan lafaa irra hinkeeyyatinaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan lafa irra jiran hin yaadinaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan lafa irra jiran hin yaadinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo maraa ol samii waayee wonittoota jiranii yaadaa malee, waayee wonittoota arddii irra jiranii, hin yaadinaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo waan ol-gubbaa jiruu yaadadha'a malee, marroo waan lafa irra jiruu hin yaadatina'a.