Colossians 3:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ijoollee! Kun waan Goottaa gammachiisu waan te'eef, haadhaa fi abbaa keessaniif ajajama'aatii, waan isaan jedhanu mara godha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ijoolle, waan ch'ufa keesa worra keesani saalfad'a; wonti akanatiifi Aabbooni akana fed'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ijoolle, waan Aabboon akkas fedhuuf homa cufaa keessatti warra keessanii saalfadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolle! Kun waan Gooftaa gammachiisu waan ta'eef, waa maraanuu worra keessanii ajajamaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ijoolle! Kun waan Gooftaa gammachisu waan ta'eef, waa maraanuu worra keessanii ajajamaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa ijoolle! Kun waan Gooftaa gammachiisu waan ta'eef, waan maraanuu worra keessaniif ajajamaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ijoollee! Kun waan Goottaa gammachiisu waan te'eef, haadhaa fi abbaa keessaniif ajajama'aatii, waan isaan jedhanu mara godha'a.