Colossians 3:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri garbooma jala jirtanu! Goottolee teessan ta lafaatiif waan maraan ajajama'a; ila isaanii duraa fi isaan gammachiisuu qofaaf adoo hin te'in, Goottaa soodaatiisaa fi gadhaa qajeela'aan isaaniif ajajama'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tissele, aka abbooti teesani gammachiiftani, hojja worri isani ilaalu ch'alla inch'aqasiina, ammo hojja ch'ufa ga ga garaa dansa ka Waaqa sodaatuni ch'aqasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tisseelee, Aabboottii teessan ta lafa tanaatii ajajama; warra gammachiiftanii jettanii yo warrii isan laalu callaa hin hojjatinaa, yo cufaa garaa dansaa Waaqaa sodaatuun hojjadha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garboota! Onnee qajeeltu'uun Gooftaa sodaata'aati malee nama gammachiiftanii mudhatu'uuf worra ajajamtan uduu hin ta'in, fooniin worra gooftota keessan ta'anii waa maraanuu ajajama'aafii.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Garboota! Onnee qajeeltu'uun Gooftaa sodaata'aati malee, nama gammachiiftanii mudhatu'uuf worra ajajamtan uduu hin ta'in, fooniin worra gooftoota keessan ta'anii waa maraanuu ajajama'aafii.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Seera garbrumma'aa titti ka jirttan! bulchitoota teessan ka arddi'iitiif waan maraanuu ajajamaa, ka ajajamittan'llee isaan waan isinii arganii fi nama waan gammachiifttaniif mulidhachu'uuf uduu hin ta'in, Gooftaa sodaachu'uu fi qajeelluma onne'eetiin haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri garbooma jala jirtanu! Goottolee teessan ta lafaatiif waan maraan ajajama'a; ila isaanii duraa fi isaan gammachiisuu qofaaf adoo hin te'in, Goottaa sodaatiisaa fi gadhaa qajeela'aan isaaniif ajajama'a.