Colossians 3:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Woma gootanu maraa namaaf adoo hin te’in, akka waan Gootta'aaf gootanutitti, gadha'aan godha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan tolchitani ch'ufa keesa garaa tokooni tolcha, aka waan nama inhojanne ammo Aabbo hojattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan hojjattan cufaa adoo namaa hinta'in akka waan Waaqaa hojjattanii garaa tokkoon hojjadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namaaf uduu hin taane, akkuma Goofta'aa gootanitti, waan gootan maraa jabaadha'aa godhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namaaf uduu hin taane, akkuma Goofta'aa gootanitti, waan gootan maraa jabaadha'aa godhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan raawwattan maraa namaaf uduu hin ta'in Gooftaa Yesusiif akka bifa raawwattanii titti, onnee keessan guutu'uun raawwadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woma gootanu maraa namaaf adoo hin te'in, akka waan Gootta'aaf gootanuutitti, gadhaa tokkochaan godha'a.