Colossians 3:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kiristoosiin jiruu nuuf te’e yennaa mudhatu, isinille isa woliin ulfinnaan hin mudhattan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jireenni keesani ka d'ugaa Kristo, gaafa inni mullatu, isanileeni isa woliini mullattani guddinna isaa qoodattani!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafa jireennii keessan ka dhugaa Kiristoon mullatee, isaniilleen isa waliin mullattanii guddinnaa isaa waliin qoodattan!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kiristoosiin jireenna keessan keessa jiru hennaa mudhatu, isinillee akkasuma isa woliin ulfinnaan mudhattan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kiristoosiin jireenna keessan keessa jiru hennaa mudhatu, isinillee akkasuma isa woliin ulfinnaan mudhattan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Lubbuun keessan Kristosii yeroo muldhatutti, isin'llee isaan woliin ulfinnaan ni muldhattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kiristoosiin jiruu nuuf te'e yennaa mudhatu, isinille isa woliin ulfinnaan hin mudhattan.