Colossians 3:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sababa waan kanaatiif worra hin ajajanne irratti mufiin Waaqaa hin dhutti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi dalansuuni Waaqa worra isa inch'aqamneti d'ufti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan kanaatiif dallansuun Waaqaa warra isa hin caqamnetti dhufti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Miidhaa kunniin fiduun dheekkamsii Rabbii ijoollee hin ajajamne irratti hin dhufa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Miidhaa kunniin fiduun dheekkamsii Rabbii ijoollee hin ajajamne irratti hin dhufa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee waan kanaatiin namoota hin ajajaminne irratti, deekkamissi Waaqaa ni dhufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababa waan kanaatiif worra hin ajajanne irratti mufiin Waaqaa hin dhutti.