Colossians 3:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Amma ammoo; mufii, aarii, jallu'uu fi maqaa wolii balleessuu mara ifi irraa balleessa'a; dubbiin nama fokkisiittulle afaan keessan keessaa hin bayin.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo amma waan kana ch'ufa lakisu maltani: dalansufi d'araafi woljibiti. Arabaafi murach'aani tokoleeni afaani keesani keesaa imbahiini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Amma ammoo waan akka, dallansuu, aarii, hammeennaa fi maqaa namaa balleessuu kana cufaa lakkisuu maltan. Arraba hamaa fi wantii hamtuun tokkolleen afaan keessaanii hinba'in.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma ammo isin lola, aaruu, dhara, nama arrabsu'uu fi dubbii nama saalfachiisu kanniin maraa uf keessaa balleessaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Amma ammoo isin lola, aaruu, dhara, nama arrabsu'uu fi dubbii nama saalfachiisu kanniin maraa uf keessaa balleessaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amma garuu dallansuu, aarii, dabaa fi maqaa balleessaa ufi irraa dhabamisiisaa, haasofnni nama saalfachiisu'llee afaan keessan hin bayin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ammoo; mufii, aarii, jallu'uu fi maqaa wolii balleessuu mara ifi irraa balleessa'a; dubbiin nama fokkisiittulle afaan keessan keessaa hin bayin.