Colossians 3:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Namummaa dullacha hujii isaa woliin ifi irraa baattanee waan gattaneertanuuf, dhara wolitti hin dubbatina'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wolinsobiina, waan isani finna dullachafi adaba isaa ka duri lakiftani
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan hujii nafa keessanii dullattii durii cufa lakkichanii haaraa fudhattaniif soba walti hindubbatinaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Soba hin dubbatinaa'a; namummaa moofaa keessan hujii isaa woliin waan mulqattaniirtaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Soba hin dubbatinaa'a namummaa moofaa keessan hujii isaa woliin waan mulqattaniirtaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amala moofaa hujii isaa woliin mulqattanii waan gattaniiniif, ufii keessan soba wolitti hin dubbatinaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namummaa dullacha hujii isaa woliin ifi irraa baattanee waan gattaneertanuuf, dhara wolitti hin dubbatina'a.