Colossians 4:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Goottolle'e! Isinille ol-gubba'atti Goottaa akka qaddanu beeka'aatii, tajaajiltoota teessan qajeelumma'aa fi wol qixxumma'aan bulcha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbooti, tissele teesani waan dansa tolcha. Aka isanileeni Abba gubba qabdani qaabad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Abbootii, tisseelee teessanii waan dansaa tolchaa. Akka ufiillee ABBAA gubbaa qabdan qaabadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isinillee gooftota! Samii irraa Gooftaa akka qabdan waan beettaniif garboota keessanii qajeellumma'aa fi fayyaalumma'aan isaan gargaaraa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isinillee gooftoota! Samii irraa Gooftaa akka qabdan waan beettaniif garboota keessanii qajeellumma'aa fi fayyaalumma'aan isaan gargaaraa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa gooftota! Isin'llee sami'itti gooftota akka qabddan beekittanii tajaajiltoota keessan, qajeelumma'aa fi wol qixxumma'aan isaan bulchaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottole'e! Isinille ol-gubba'atti Goottaa akka qaddanu beeka'aatii, tajaajiltoota teessan qajeelumma'aa fi wol qixxumma'aan bulcha'a.