Colossians 4:11 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoshu'aan Yusxos jedhamulle nageya isiniif erga; worra marroo mootummaa Waaqaatiif ana woliin huju keessaa, worri Yihudootaa kana qofa; isaan analle jajjabeessaneeran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni ka Yusto jed'anileeni nagaya d'aama. Worri Yahudi ka d'ugefate, ka Finna Waaqati jed'e nu woliini hojatu jara kana ch'alla; worri guddo na qarqaare.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoshu'aan; ka Yusxos jedhaniilleen nagaa dhaama. Warra Yihudii keessaa ka dhugeeffatee finna Waaqaatii jedhee nu waliin hojjatee guddoo na qarqaaree jara kana sadeen callaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri jeennata Rabbii keessatti na woliin hojjatan kanniin calla'a; isaanillee na jajjabeessaniiran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Iyosxoos jedhamee'llee ka waamamu Iyyaasuun nagaya isinii ni dhiyeessa. Waayee Mootummaa Waaqaatiif anaan woliin namoota hojjatan jiddu'uu worra Yihudotaa ka ta'an kanniin qofa, ana'llee jajabeessanii jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoshu'aan Yusxos jedhamulle nageya isiniif erga; worra marroo mootummaa Waaqaatiif na woliin huju keessaa, worri Yihudootaa kana qofa; isaan analle jajjabeessaneeran.