Colossians 4:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma Ephafraasiin nama keessan te'e, tajaajilaan Kiristoos Yesusii nageya isiniif erga; jiruu ayyaanaatiin guddatiisaan jabaattanee, akka dhaabbattanuu fi fedha Waaqaa mara akka muummessitanu, inni yennaa mara isiniif jabaatee daadimata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Epafraleeni ka gumi teesani, ka hojattu Kristo Yeso, nagaya d'aama. Inni hojja ch'ufa guddo Waaqa isanii kad'ata, aka isani jabaattani guddattani aka dansa d'ugefattani fed'i Waaqa ch'aqaftani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ephafrassiin gumii teessanii ka hojjattuu kiristoo Yesus, nagaa isanii dhaama; innii yo cufaa guddoo Waaqaa isanii kadhata, akka isan jabaattanii guddattanii akka dansaa dhugeffattanii fedhii Waaqaa guuttan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garbichi Kiristoosii Ephafiraan keessan nagaya isiniin jedheera. Fedha Rabbii maraa hubattanii, guutuu taatanii, akka dhaabattan, hennaa maraa waan keessaniif jabaatee Rabbiin kadhata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Garbichi Kiristoosii Ephafiraan keessan nagaya isiniin jedheera. Fedha Rabbii maraa hubattanii, guutuu taatanii, akka dhaabattan, hennaa maraa waan keessaniif jabaatee Rabbiin kadhata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Worra keessan ka ta'e tajaajilaan Yesus Kristosii Ephafaarm nagaya isiniif ni dhiyeessa, jireenna hafuuraatiin guddachu'uun jabaattanii akka dhaabattanii fi fedha Waaqaa maraa akka raawwattaniif, inni yeroo maraa isiniif ni kadhata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma Ephafraasiin nama keessan te'e, tajaajilaan Kiristoos Yesuusii nageya isiniif erga; jiruu ayyaanaatiin guddatiisaan jabaattanee, akka dhaabbattanuu fi fedha Waaqaa mara akka muummessitanu, inni yennaa mara isiniif jabaatee daadimata.