Colossians 4:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni isinii fi worra qachoota Laa'odiiqeya'aatii fi Heraapholisii keessa jiruuf guddoo akka eloye aninuu dhugaa hin bayaaf.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan huji inni isanii hojate isaniti himu indandaa, ta gumi Laodikiafi Hierapolile.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin akka innii isanii fi warra sun ka Laa'odiiqeyaatii fi warra Heraapholisiitii jedhee guddoo hojjatee, dhugaa isaa ta'uuf indanda'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan keessanii fi waan worra Lodoqiyaa qachaa Iyyaaraa jiraniif guddisee akka hinaafu isinii raga.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan keessanii fi waan worra Lodoqiyaa Qachaa Iyyaaraa jiraniif guddisee akka hinaafu isinii raga.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee keessan Loodooqiya'aa fi magaalota Heraapholisii waayee namoota jiraniitiif'llee haalaan akka dadhabu, ani mataan kiyyaa ragaa ni bayaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni isinii fi worra qachoota Laa'odiiqeya'aatii fi Heraapholisii keessa jiruuf guddoo akka elowe aninuu dhugaa hin bayaaf.