Colossians 4:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Cidheessi jaallatamaan Luqaasii fi Deemaas nageya isiniif dhaaman.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Luka ch'ireesa keennatiifi Demani nagaya isani d'aamani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Luq. aas cirreessii keenna ka nu jaalannuu fi Deemaasiin nagaa isanii dhaaman.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalatamaan ogeessi fayya'aa Luqaasii fi Deemaasillee nagaya isinii dhaamaniiran.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jaalatamaan Ogeessi fayya'aa Luuqaasii fi Deemaasillee nagaya isinii dhaamaniiran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka jaalatame ogeessi fayya'aa Luqaasii fi Deemaas'llee, nagaya isinii ni dhiyeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Cidheessi jaalatamaan Luqaasii fi Deemaas nageya isiniif dhaaman.