Colossians 4:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan Laa'odiiqeyaa keessa jirtu Niimfa'aa fi wolde'a kiristaanaa ka mana isi'iititti wolitti qabamuuf nageya naa hima'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani Laodikia keesa jirtu nagaya nu fuud'a, ammalle Nimfafi gumi mana isii keesati wolwoldeetule.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleeyyan Laa'odiiqeyaa keessa jirtuu, Niimfaatii fi gumii mana isii keessatti walwaldeettullee cufaa nagaa itti naa himaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan Lodoqiyaa keessa jiran Nimfuunii fi woldaa Kiristaanaa ta mana isaa jirtutti nagaya naa himaa'a
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan Lodoqiyaa keessa jiran Nimfuuniif woldaa Kiristaanaa ta mana isaa jirtuuf nagaya naa himaa'a
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Obboleeyyan Loodooqiya'aa jiran Nimufu'uu fi woldaya amanti'ii ta mana isi'ii jirttuuf'llee, nagaya naa dhiyeessaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan Laa'odiiqeyaa keessa jirtu Niimfa'aa fi wolde'a kiristaanaa ka mana isi'iititti wolitti qabamuuf nageya naa hima'a!