Colossians 4:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Xalayaa kana ifii dubbiffattaneen duuba, wolde'a kiristaanaa ka Laa'odiiqeyaa keessa jirulle'etti akka dubbifamu godha'a. Isinille xalayaa Laa'odiiqeyaa irraa ergamu dubbifadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi tatabe tana soomtani, qorqorad'a aka gumi Laodikialeti soomani. Tatabe gumiini Laodikia isanii t'aaftule sooma.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waraqata ergaa kana eegi dubbiftanii akka gumii Laa'odiiqeyaallee dubbisanii qorqoradhaa. Isaniilleen ergaa warri Laa'odiiqeyaa sun isanti erguu dubbifadha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhaamsi tunillee isin biratti haga dubbifamteen maayessa tokkummaa namoota Lodoqiya'aatittillee akkasuma akka dubbifamu godhaa'a. Dhaamsa Lodoqiyaa irraa ergame isinillee akkasuma dubbisaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhaamsi tunillee isin biratti haga dubbifamteen maayessa tokkummaa namoota Lodoqiya'aattillee akkasuma akka dubbifamu godhaa'a. Dhaamsa Lodoqiyaa irraa ergame isinillee akkasuma dubbisaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ergaa kana isin eega dubbiffattaniin duubatti namoota Loodooqiyaa bira woldaya jirttutti'llee akka dubbiffamttu taasisaa, isin'llee ergaa Loodooqiyaa isiniif ergamu dubbisaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Xalayaa kana ifii dubbifattaneen duuba, wolde'a kiristaanaa ka Laa'odiiqeyaa keessa jirulle'etti akka dubbifamu godha'a. Isinille xalayaa Laa'odiiqeyaa irraa ergamu dubbifadha'a.