Colossians 4:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani Phawuloos nageya kana harkuma kiyyaan isiniif barreesse; akka ani wodaroo sibiilaatiin hidhamee jiru yaadadha'a! Badhaadhi Waaqaa isin woliin jiraatu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan kana harka kiyyaani t'aafa: Pauloni nagaya isani fuud'a. Haada naani hid'ani inded'ina. Eebiti Waaqa isani woliini jiraatiinna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ergaa nagaa tana anin Phaawuloosiitti harkuma kiyyaan isanii barreesse. Akka haada sibiilaatiin na hidhan hindedhinaa! Kennamsii naasuu Waaqaa isan waliin ha jiraatuu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nageenni ani Phaawuloos harka kiyyaan barreesse kana. Hidhamuu kiyya yaadaa'a! Badhaani isin woliin haa ta'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nageenni ani Phaawuloos harka kiyyaan barreesse kana. Hidhamuu kiyya yaadaa'a! Badhaanni isin woliin haata'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nagaya kana harka kiyyaan ka barreesse ana Phaawulos, birbiraataan hidhamee akka jiru yaadadhaa. Kennaan Waaqaa ka bilisaa isin woliin haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Phawuloos nageya kana harkuma kiyyaan isiniif barreesse; akka ani wodaroo sibiilaatiin hidhamee jiru yaadadha'a! Badhaadhi Waaqaa isin woliin jiraatu.