Colossians 4:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqa jabaattanee galateeffatiisaan, adoo addaan hin kutin daadimadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja ch'ufa kad'ad'a, indad'abiina, ilaafiina, Waaqaa galata deebisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo cufaa jabaadhaa, hinlaafinaa, kadhadhaa Waaqaa galata galchaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Galata woliin faate'een dammaqa'aa jabaadha'aa Rabbiin kadhadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Galata woliin faate'een dammaqa'aa jabaadha'aa Rabbiin kadhadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqa dammaxxanii galateeffachu'uun, uduu addaan hin kutin kadhadhaa
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqa jabaattanee galateeffatiisaan, adoo addaan hin kutin daadimadha'a.