Colossians 4:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma dhossaa Kiristoosii, ka ani marroo isi'iitiif hidhamee jirulle lallabiisaaf akka dandeennu, Waaqi ergaa ifiitiif akka karaa nuu banu daadimadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nule Waaqa kad'ad'a, aka inni balbala nu bane nu dubbi isaa odeesine waan d'ossa Kristo himnu. Maro waan sunitiifi anini hid'aansa keesa jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nullee Waaqaa kadhadhaa, akka innii balbala nuu banee dubbii isaa ta anin marroo isiitiif hidhameef sunii, lallabnee waan dhossaa ka Kiristoo himnu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa sanillee waan dhossaa Kiristoos ka ani hidhameef akka himnu, Rabbi ergaa ufiitiif balbala akka nuu banu waan keennaafillee nuu kadhadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa sanillee waan dhossaa Kiristoos ka ani hidhameef akka himnu, Rabbi ergaa ufiitiif balbala akka nuu banu waan keennaafillee nuu kadhadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
kanaan woliin'llee Waaqinni dubbii isaatiif balbala akka nuuf banuu fi waayee isaatiin hidhamee bakka ani itti argamu kanatti, dhossaa Kristosii lallabu'uuf akka dandda'u nuuf'llee kadhadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma dhossaa Kiristoosii, ka ani marroo isi'iitiif hidhamee jirulle lallabiisaaf akka dandeennu, Waaqi ergaa ifiitiif akka karaa nuu banu daadimadha'a.