Colossians 4:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa daguu teete maratti fayyadamaa, worra hin dhugeeffanne biratti qaroomaan le'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qalbefad'a, worra d'ugefacha inqamne dura adabaani yaa, qoomni argattani ch'ufa imballeesina, woiini tolcha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qalbeeffadhaa warra dhugeeffachaa hinqabne dura adabaan yaa'aa, qoommii argattan cufaa hinballeessinaa, wayiin tolchaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara keessan keessatti carraa qabdan maratti fayyadamu'uun worra hin amanne biratti ogumma'aan jiraadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bara keessan keessatti carraa qabdan marumatti fayyadamu'uun worra hin amanne biratti ogumma'aan jiraadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo carraa kamii tittuu fayyadama'aa namoota hin amanne biratti, ogumma'aan jiraadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa daguu teete maratti fayyadamaa, worra hin dhugeeffanne biratti qaroomaan le'a.