Colossians 4:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akka inni marroo teenna isinitti himuu fi gadhaa keessan jajjabeessuuf, isa gara keessan erge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi anini isa gara keesani erga, aka inni waan nu keesa jirru isaniti hime isani gammachiisu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan kanaatiif anin isa gara keessan erga, akka innii waan nu keessa jirruu isanitti himee garaa isan jabeessu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan nu itti jiru akka beettaniif, akka isin jajjabeessuuf amanama'aa fi jaalatamaa obboleessa keenna Anasimoosiin woliin wonti gara keessan erginuuf waan kanaaf, isaan waan hulee kanaa maraa isinitti himan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan nu itti jiru akka bettaniif, akka isin jajjabeessuuf amanama'aa fi jaalatamaa obboleessa keenna Anasimoosiin woliin wonti gara keessan erginuuf waan kanaaf, isaan waan hulee kanaa maraa isinitti himan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isa waayeen gara keessan ergeef waayee haala keenna akka isinitti himuu fi onnee teessan'llee akka jajabeessuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka inni marroo teenna isinitti himuu fi gadhaa keessan jajjabeessuuf, isa gara keessan erge.