Colossians 4:9 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isa wolille'een nama keessan ka te'e, obboleessi addatama'aa fi jaallatamaan Oneesimoos gara keessan hin dhufa; isaan waan asitti te'iisatti jiru duudii isinitti hin himan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Onesimoni, oboleesa keenna ka d'uga ka gumi teesani keesa jiru, wahela isaati. Waan nu keesa jirru ch'ufa worrati isaniti odeesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Oneesimos obboleessii keenna ka dhugaa, ka gumii teessan waliin jiru, isa waliin dhufaa waan nu keessa jirru cufaa warraatti isanti hima.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isa woliin'llee worra keessan ka ta'e ka amanamee jiruu fi ka jaalatame obboleessi keenna Oneesimos gara keessa ni dhufa, isaan waayee waan bakka kana jiru maraa isinitti ni beekisisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isa wolille'een nama keessan ka te'e, obboleessi addatama'aa fi jaalatamaan Oneesimoos gara keessan hin dhufa; isaan waan asitti te'iisatti jiru duudii isinitti hin himan.