Daniel 1:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Danielini namicha Ashpenazini isaafi jara sadeeni kaani qorqorad'a jed'eeni kaani d'aqe
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Daani'eel nama Ashfanaaz akka isaa fi goshoota isaa Hanaaniyaa, Misaa'elii fi Azaariyaa fa'a eegu ramadame bira dhaqee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daani'el gara namicha Ashefenaaz eedduu Daani'elii, Hanaaniya'aa, Miishaa'eliitii fi Azaariya'aa godhe sanii dhaqee,