Daniel 1:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, Bulti kud'ani nu ilaali, raafufi bisaani ch'alla nuu kenni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Akka nu'u biqiltuu gara garaa nyaata'aa bisaanillee dhuga'aa nu'u hojjattoonni tee guyyaa kudhaniif akka turru nu laali.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Maganne'ee, akka nyaannuuf waan ficha'atti dhaabamuu fi bisaan unnu callaa guyyaa kudhaniif nuu kenniitii, nu tajaajiltoota teeti waan teenu ilaal.