Daniel 1:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba nuufi kaima sagale hayyu dansa nyaatu kaani wolti ilaali, waan agartu gula waan jechu malte jed'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa akkaataa jireenna keennaa ka'imman nyaata mana mootichaa nyaatanii fi nu'u wol bira qabdee nu laalta; waan argitee hubatteen nu'u tajaajiltoota tee akkaataa itti nu argiteen waan barbaadde goota» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba bifa keennaa fi bifa dargaggoota sagalee mootichaa nyaatanuu wol bira qabiitii ilaal; waan dhaggiteen nu tajaajiltoota teeti waan feete godhi» jedhe.