Daniel 1:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni dubbi suni gula bulti kud'ani worra ilaale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka isaan eegullee yaada isaanii fudhatee guyyaa kudhaniif isaan qore.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre innille yaada kana isaaniin wolii galee guyyaa kudhaniif waan isaan te'anu ilaale.