Daniel 1:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bultiini kud'annani taani hobaate jennaani worri, worra sagale hayyu nyaatu kaani ira, gabbate mid'aage.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga guyyaan kudhanii sun dhumeen maayessa isaan ka'imman nyaata mana mootichaa nyaatan maraa caalaa fuulli isaanii bareedee, nafti isaaniillee furdatee isaan arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa kudhaniin duuba bifi isaaniitiif gabbinni nafa isaanii, dargaggoota sagalee mootichaa nyaatanu caalee dhaggame.