Daniel 1:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba arti asi namichi worra gololchu kaani sagale hayyu lakise raafuni worra gololche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san irraa jalqabee ka isaan eegu nyaata misha'aa fi daadhii woyini'ii ka mana mootichaatii isaanii ergamu hambisee nyaata biqiltuu gara garaa isaanii kennisiisuu jalqabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre namichi isaan eegu sun, guyyaa saniin jalqabee, sagalee dansa'aa fi daadhii woyni'ii akka unanuuf ta mana mootumma'aa irraa isaaniif kennantu dhooggee, waan ficha'atti dhaabamu callaa isaaniif kenne.
Recommended Reading