Daniel 1:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi worra ch'ufaani dubbate, jennaani Danielifi Hananiafi Mishaelifi Azariani, worra kaani ch'ufa ira, hayyu gammachisani. Duuba akanaani worri huji hayyu duude.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi hennaa isaan maraa qaassu isaan maraa keessaa namni Daani'eeliin, Hanaaniyaa, Misaa'elii fi Azaariyaa caalu hin argamne; kanaafuu akka isaan mooticha afo'otti tajaajilaaf filataman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichille yennaa isaan mara dubbise, isaan mara keessaa ka akka Daani'elii, Hanaaniya'aa, Miishaa'eliitii fi Azaariya'aa hin dhagganne; tanaaf isaan akka mooticha tajaajilanuuf filamane.