Daniel 1:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan tateefu ka hayyuuni gaafatu ch'ufa, waan qaroomatiifi yokhaani ka hubachale taanaani, jari afrani kunini nama wo himufi falfaltu lafa inni mohatu keesa jirtu ch'ufa maro kud'ani ira wo beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaafii mootichi waan ogumma'aatii fi waan hubanna'aa worra moruu fi worra asmaa hojjatu ka bulchiinsa isaa keessa jiran maraa keessaa isaan worra harka kudhaniin caalan ta'anii argaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo qarumma'aatii fi hubanti'ii mara waan ilaalu, mootichi yennaa isaan gaafate, worra xanu fi worra moru ka mootummaa isaa keessatti dhaggamanu mara keessaa dachaa kudhan caalanee dhagge.