Daniel 1:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Danielini huji hayyu suni, haga Koreshini lafa Babiloni hayyu iti tahe, keesa tae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataa kanaan Daani'eel Qiroos mooyee haga woggaa tokkoo mana mootumma'aa keessatti tajaajile.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qiiros mootii te'ee haga woggaa tokkeesso'ootitti Daani'el achuma mana mootumma'aa keessa tajaajilaa ture.