Daniel 1:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyichi namicha Ashpenazi jed'ani, ka hojatu isaa ch'ufati mataa, yaame waan jed'eeni, Worra Israeli ka boojiani kana keesa, kaima d'aloota hayyutifi ka worri isaani worra gurra qabu fohad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa mootiin Nabukadanatsoor bulchaa hojjattoota mana mooti'ii ka Ashfanaaz jedhamuun worra Israa'elii ka booji'aman keessaa maatii worra moototaatii fi dargaggeeyyii ilmaan moototaa keessaa namoota hagoo waamee akka fidu isa ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi Nebukadnezaar worra Israa'elootaa ka booji'ame keessaa maatii moototaatii fi qondaaltotaa keessaa dargaggoota dhiiraa garii filee akka fiduuf bulchaa guneessota ifii Ashfenaaz ajaje;