Daniel 1:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra fohatani suni keesaa nami afuri gosa Yuda; jari suni afrani kana: Danieli, Hanania, Mishaeli, Azaria.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra filataman keessaa worra gofti isaanii gosa Yihuuda'aa ta'e Daani'eel, Hanaaniyaa, Misaa'elii fi Azaariyaa fa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra gosa Yihuda'aa keessaa worri filatame Daani'el, Hanaaniyaa, Miishaa'elii fi Azaariya'a.