Daniel 1:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi hojattu mataa kaani maqa haareesa worraa baase — Danielini, Belteshaza jed'e, Hananiani Shadraka jed'e, Mishaelini Mesheki jed'e, Azariani Abednego jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchaan hojjattoota mootichaa maqaa isaanii jijjiiree Daani'eeliin Bilxaasoori, Hanaaniyaa Sidiraaq, Misaa'eliin Misaaq, Azaariyaa ammo Abdinaagoo jedhee isaanitti baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bulchaan qondaaltota mootichaa maqaa isaanii jijjiiree, Daani'eliin «Belxishaazaar», Hanaaniya'aan «Shaadraak», Mishaa'eliin «Meshaak», Azaariya'aan «Abedneegoo» jedhee moggaase.