Daniel 1:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Danielini aka sagale dansaafi daad'i hayyuuni sooratu soorate akasiini ufi int'ureesine kutate, duuba Ashpenazi kad'ate, aka inni sagale suni isaa inkennine;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daani'eel nyaata mootichaa nyaachu'uu fi daadhii woyinii isaa dhugee akka hin battoofne kutate; Ashfanaaz akka maarre isaa jedhu kadhateen,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daani'el sagalee mootichaa nyaatiisaan, daadhii woyni'ii isaalle uniisaan akka ifi hin batteessine murteeffate; maarre akka ifi hin batteessineef, yaada kana akka isaaf eeyyamuuf Ashefenaaz gaafate.